Humna Waraanaa Tigiraay Oduu Bbc, Miidhaan kun kan irra gahe loltoota Ertiraa humna Humni addaa Tigraay ajajdoonni humna ittisaa naannichatti argaman akka hin sochoone dhorkuun haleellaa raawwachuu eegalaniiru jedhan. Waraana Kaaba Itoophiyaa waggaa tokko caalaa lakkoofsiseen finciltoonni Tigraay haleellaa xiyyaara nam - maleeyyii (drones) waraanni Itoophiyaa fayyadameen dhiibbaa jala seenuu Dubbii Himaan TPLF "Humnootiin Tigraay yeroo dubatti deebi'an miidhaan guddaa irra ga'ee ta'uu danda'a," tilmaama jedhu kan qaban Wiiliyaam, ammayyuu garuu humna waraanaa cimaa akka qaban ni amana. shaakala waraana galaanaarraa eegale waloo kun humnoota galaanaa Masrii, Sa'udii, Joordaan, Sudaan, Yaman fi Jibuutii irraa hirmaataniin kaleessa eegaluu isaa dubbi-himaan waraana Masrii beeksisuu miidiyaan biyyatti Ahram online gabaasera. Waraana Tigraay: Reeffa laga Takkazeetti argaman ilaalchisuun Sudaan ambaasaaddara Itoophiyaa waamtee gaafatte https://www. bbc. Yaaddoon dhiibbaa lola erga Sadaasa darbeetii kaasee naannoo Tigraay keessatti gaggeeffamuun qaamolee garaa garaatiin ibsamu dabalaa jira. Humnootiin TPLF waraana itti fufuuf sababoonni kaasan keessaa tokko lafti osoo waraanichi hin jalqabiin dura qaama naannoo Tigraay ture humnootii Amaaraatiin qabamuu kan jedhudha. com/afaanoromoo/oduu-58482805?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA Humnootni TPLF naannoo Amaaraa keessaa magaalota qabatanii turan lama keessatti namoota nagaa hedduu ajjeesaniiru jedhe dhaabbatni mirga namoomaaf falmu Humna Raayits Waach. Gareen kun ibsa Wiixata, Guraandhala 09 baaseen kana kan beeksise yoo ta'u, naannoo Tigraay keessatti waraana marsaa biraa eegaluuf mootummaan federaalaa qophii guddaa gochaa akka jiru himeera. Iraan buufata humna waraanaa US haleeluun, waraanni Baha Giddugaleessaa kun Iraan, Israa'el fi US hirmaachisuun daran hamaatee itti fufuu isaa mul'isa. Waraana Tigiraayitti geggeeffame hordofuun loltoonni Eertiraa naannawaa daangaa Tigraay qabatanii turan buufata sakatta'iinsaa/Kellaa daandii Adigraat irraa gara Zalambessaa geessu irratti kaa Waggaa 1ffaa Waraana Tigraay: Akkamiin jalqabee har'a gahe? Mootummaan 'humna ittisaa isaa guutuun' hidhattoota TPLF akka waraanu akeekkachiise Yeroo waraanaa namoota nagaa kan jedhaman eenyu fa'i? Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanitti Waajjirri Deeggarsa Namoomaa Qindeessu OCHA’n walakkeessa Waxabajjiirraa kaasee Tigiraayiitti gatiin dhiyeessii meeshaalee bu’uuraa garmaalee qaala’uu ibse. Raayyaan Itoophiyaa humna addaa naannoo Tigraay irra - aanuun bakkeewwan hedduu to'atee magaalaa guddoo naannichaa Maqaleetti qajeelaa akka jiru ibse. Ammatti waraanichi sadarkaa poolisoota humna addaa naannolee gara garaa hirmaachisurra gaheera. Raayyaan Ittisa Biyyaa Itoophiyaa humnoota TPLF deebisee haleeluu akka malu qondaalli olaanaa raayyaa ittisaa miidiyaa biyya keessaaf himan. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Fandii dabalataa hin argannu taanaa deeggarsa nyaataa Kaaba Itoophiyaatti miliyoona afuruuf goonu adda kutuuf dirqamna jedhe Sagantaan Nyaata Adunyaa. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. Oromiyaa bakkeewwan garaagaraatti lolli waraana mootummaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo kan mootummaan 'Shanee' jedhee waamu gidduutti adeemaa jiraachuun yaaddoo nageenyaa biyyattii ni hammeessa laata? Ajajaan duraanii waraana Itoophiyaa jeneraal Tsaadqaan Gabratinsaa'ee ammaan tana Tigiraay keessatti waraana mootummaa Itoophiyaa irratti gaggeeffamaa jiru dursaa jira. Baqattootni Ertiraanaannoo Tigiraay keessa jiraatan humnaan gudeedamuunn kaan hidhamanii kaan ammoo ajjeefamaniiru jedhe Human Raayits Waach. ========== Itoophiyaan baayyina uummataa miiliyoona 100 fi miiliyoona 16 ol qabdi, miseensota humna waraanaa hojiirra jiran 162,000 qabdi. Itoophiyaan biyyoota Afrikaa murteessoo keessaa tokko ta’uu himanii, birmadummaan daangaa ishee kabajamuu fi nagaan biyyattii Tarkiif barbaachisaa ta’uu himaniiru. Naannoo Tigraay keessatti tajaajilawwan akka ibsaa, bilbila, intarneetii, baankiifi geejibni erga adda citee baatii lama ta'e keessatti jireenyi maala akka fakkaatu jiraattota gaafanneerra. BBC Afaan Oromoo irratti Oduu, Odeessaa fi taateewwan haaraa Itoophiyaa, Afriikaa fi guutuu addunyaa irratti ta’an argattu. Dhuma Torbee darbeetti haleellaan naannoo Affaar keessatti raawwatan humna addaa Oromiyaa deeggarsa humna mootummaaf dhufe bittimsuufi jedhe TPLF. Sababii waraana naannichatti gageeffamaa turen walqabatee aanga'oonniifi humnoonni Ittisa Tigraay kan Maqaleedhaa baqatanii turan, ji'oota saddetiin booda Waxabajji 28, 2021 deebi'anii Magaalaa BBC'n waraana akkasii aggeessaa osoo jirtani akkamiin karri cufame akka banamu eegdu jedhee gaaffii dhihesseef ''wanta nuti hojjechaa jirru humna waraanuu diinaa dadhabsiisuudha. Ofii dandeettiin waraana Itoophiyaa biyyoota ollaa kan akka Ertiraa, Sudaan, Sudaan Kibbaa, Keeniyaa, Somaaliyaa fi Jibuutiin wal birratti yoo qabamte maal irratti argamtii? Mootummaan giddugaleessaa Tigraay keessatti malawwan komunikeeshinii kan adda kutee ture yoo ta'u, sababii waraana kanaatiin namoonni kumaatamaan lakkaa'aman lubbuu akka dhabaniifi kanneen Naannoo Affaar keessatti guyyoota afran darbaniif lolli jabaan humnoota Tigraay fi Raayyaa Ittisa Biyyaa akkasumas humna addaa fi milishaa naannolee jidduutti adeemaa jiraachuu gabaasaaleen bahaa Humnoonni Tigraay guyyaa Kamisaa miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa waraana Kaaba Itoophiyaarratti kanneen booji'amanidha jedhan kuma afur ol ''dhiifamaan'' ni gadhiisan jedhaniiru. Jul 15, 2021 · Waraana kana keessatti qaamoleen hirmaachaa jiran hunduu atattamaan waraana dhaabuutti waliigalanii dhibdee jiruuf fala siyaasaa mariin barbaaduu qabuu jedhan. Rakkoo gama Lixa Itoophiyaa kana maaltu hammeesse? Sababoonni ijoo shanan adda baafne kunooti. Bulchiinsi Godina Walloo Kibbaa lola akka haaraatti eegale hordofee hunduu humna qabuun akka gumaacha taasisu waamicha dhiheesse. Konkolaataawwan deeggarsa namoomaa fe'an sababii wal waraansa loltoota mootummaa fi humnootii Tigraay jidduutti gaggeeffamuutiin gara naannoo Tigraay akka hin galleef danqaa itti ta'eera. Ministirri Muummee Abiy Ahimad hirmaattota kora Gamtaa Afirkaatiif haasaa taasisanirratti biyya akka Itoophiyaa ummata miliyoona 130 ol qabduuf ulaawwan garaagaraatu ishee barbaachisa jedhan. Lola Tigraay dura rakkoon eegale ammallee furmaata hin argatiin jira. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, BBC Afaan Oromoo irratti Oduu, Odeessaa fi taateewwan haaraa Itoophiyaa, Afriikaa fi guutuu addunyaa irratti ta’an argattu. Walga’iin kun Jimaatarra gaggeeffamuu akka danda’u, Humni waraanaa Itoophiyaa fi Somaaliyaa walbira qabamee yoo ilaalamu. Humnoota Tigraay keessaa bahanii waraana ofii ijaaraa kan jiran Birgaader Janaraal G/Igzaaber Bayyanaa (Waddi Anxiruu) garuu ''waan haaraa uumuuf'' gara gammoojjii seenuu BBC'tti himanii turan. . Waraanni kuni haalota jijjiiraman mul'isuun isaa itti aanee maaltu ta'a isa jedhu Jun 29, 2021 · Ameerikaa, Biriteen fi Ayarlaand dhimma waldhabdee naannoo Tigraay irratti mari’achuuf jecha walga’ii hatattamaa mana maree nageenya UN waaman. "Agarsiifni humna waraanaa dargaggoonni Ertiraa hangam cimina akka qaban kan agarsiise ta'ullee agarsiifni meeshaa waraanaa nama jeeqa," jedhe. Sababni kunooti. ODUU FNN Walta'insi biyyoota Galaana Diimaa Itoophiyaa moggeesse. Jaarmiyaaleen Mirga namoomaaf falman Lixa Tigraay keessatti ajjeechaafi yakki dhalattoota Tigraay irratti raawwate ''yakka waraanaafi yakka namoomaan qixxeedha'' jedhan. Gabaasni humnoota Tigraay fi waraana Ertiraa gidduutti Raamaafi Baadimmeetti dhukaasni ture jedhu 'dhara' jechuun qondaalli waraanaa olaanaa kun BBC'f deebii kennan. Gaggeessaa humna waraanaa Tigiraay ta’uun isaanii kan amanamu Jeneraal Tsaadqan G/ Tinsaa’e, dhukaasa dhaabuu waliigalteerratti bu’uureffate uumuuf fedha qabaachuu Rooyitarsitti himan. Kutaalee Oromiyaa hidhattoonni kun keessa socho'an gara garaatti raayyaan Ittisa biyyaa bobba'ee kan ture yoo ta'u, lolli Tigraay dhalachuu hordofuun dirqamni hidhattoota kana loluu humna addaa "Waraana kakaastee gidiraa fi ajjeechaa ummata ofii irratti affeeruun gantummaadha," kan jedhan obbo Geetaachoon, Humna Ittisa Tigraay (TDF) fi Humni Nagaa Tigraay (TPF) Tigraay fi Affaar keessa Humnoonni Tigraay, Affaar keessatti waraana gaggeessaa jiran, humnoota mootummaa federaalaa Itoophiyaa irratti 'injifannoo guddaa' galmeessan jedhe qondaalli TPLF Fissahaa Asgadoom Tasammaa Gabaasichi waraana Tigraay ji'oota saddeet tureen dubartootnii fi shamarran Tigraay hangam takka haleellaa saala-qunnamtii Rayyaa Ittisa Biyyaa, Raayyaa Ittisa Eertiraa, Humna Addaa Naannoo Humni Waraanaa Yugaandaa gabaasa finciltoota Tigraayiif leenjii fi deeggarsa kennuun Itoophiyaa keessa tasgabbiin akka hin jiraanne gumaacheera jedhu waakkate. Naannoo Amaaraa iddoowwan Tigraay waliin waldaangessanitti adda waraanaa sadi irratti waraanni jajjabaan gaggeeffamaa jiraachuu mootummaan naannoo Amaaraa beeksiseera. Yeroo mara waan haaraa jiru baruuf gara keenya koottaa. 🌐 Oduu - BBC Afaan Oromoo “This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. Jul 17, 2021 · Waraanni Tigraay Sadaasa darbee eegalee baatilee sagal darbaniif bifa jijjiirrataa ture. Akka ragaa qorraanoo SIPRI 'tti bara 2020–2024 qofa biyyootni addunyaa 5 qofti daldala meeshaa waraanaa addunyaa harka 75 kan qabatan yoo ta'u, kanneen keessaa Ameerikaan lakkoofsa guddaan BBC Afaan Oromoo irratti Oduu, Odeessaa fi taateewwan haaraa Itoophiyaa, Afriikaa fi guutuu addunyaa irratti ta’an argattu. Finciltoonni naannoo Kaaba Itoophiyaa, Tigraay biyyi ollaa naannichaan daangaa qooddattu Eertiraan akka haaraatti haleellaa eegaluu himan. Dec 8, 2021 · Lolli Kaaba Itoophiyaa waggaa tokko dura Naannoo Tigraayitti eegale haalota hin eegamne mul'isaa yoona gaheera. Pirezidantiin naannichaa Dabratsiyoon G/Mikaa Ergasii Raayyaan Ittisa Biyyaa Itoophiyaa, waraanni Ertiraa, humni addaa naannolee fi milishoonni waltahuun, waraana hamaa tahe kana hidhattoota Tigraay wajjin gaggeessaa jiru. Waldhibdeen Tigraay keessaa Baha Afrikaa jeequmsaaf saaxila jedhame sodaatameera. Finciltoonni kaaba Itoophiyaa, naannoo Tigraay keessa socha'aan waraana baatiiwwan saddeetiin olitiin booda deebiisanii magaalaa Maqalee qabachuun ummanni gammachuu ibsachuuf daandii ahe. Waraanni Tigraay Sadaasa darbee eegalee baatilee sagal darbaniif bifa jijjiirrataa ture. MM Abiy Ahimed Kibxata darbe gara adda waraanaatti imaluun qaamaan waraanaa akka hoogganan erga ibsanii booda, har'a yeroo jalqabaatiif miidiyaatti mul'achuun adda waraanaatti 'milkaa'aa' akka Lola waraanaa mootummaa federaalaa fi Naannoo Tigraayi gidduutti gaggeeffamaa jiruun, naannichaa fi paartii naannicha bulchu kan dursan pireezidantiin naannichaa Dabratsiyoon Gabramikaa'eel (PhD Waraanni Itoophiyaa naannoo Tigraayiitti hospitaala magaalaa Aksuum keessatti argamuutti miseensoota humnootii Adda Bilisa Baasaa Tigraay (TPLF) barbaacha sakkatta'iinsa taasisuu oduu AFP maddeen Waraana kana dura gidduusaanitti gaggeeffamee as wantoonni jijjiiraman maal fa'i? Garaa garumaafi wal-fakkeenyi humna waraanaa biyyoota lamaanii birqabaan maal fakkaata? MM Abiy Ahimed Kibxata darbe gara adda waraanaatti imaluun qaamaan waraanaa akka hoogganan erga ibsanii booda, har'a yeroo jalqabaatiif miidiyaatti mul'achuun adda waraanaatti 'milkaa'aa' akka Lola waraanaa mootummaa federaalaa fi Naannoo Tigraayi gidduutti gaggeeffamaa jiruun, naannichaa fi paartii naannicha bulchu kan dursan pireezidantiin naannichaa Dabratsiyoon Gabramikaa'eel (PhD Waraanni Itoophiyaa naannoo Tigraayiitti hospitaala magaalaa Aksuum keessatti argamuutti miseensoota humnootii Adda Bilisa Baasaa Tigraay (TPLF) barbaacha sakkatta'iinsa taasisuu oduu AFP maddeen Waraana kana dura gidduusaanitti gaggeeffamee as wantoonni jijjiiraman maal fa'i? Garaa garumaafi wal-fakkeenyi humna waraanaa biyyoota lamaanii birqabaan maal fakkaata? Itti gaaftamaan Waajjira Fayyaa Tigraay tokkoos ambulaanii gara bakkichaatti erguuf yaaluu BBCtti himuun, namoonni uffata waraana raayyaa Itoophiyaa uffatan akka daandii deebiisan ibsaniiru. aias3, 2r9v4g, 2wsi5, vac1qm, ozqfn, wxgt, 2ui5gy, iput5l, k4vyp, oaj0,