Moggasa maqa. fBeektonni tokko tokko garuu sabboonummaa Oromootu maqaa namni o...
Moggasa maqa. fBeektonni tokko tokko garuu sabboonummaa Oromootu maqaa namni ofiin moggaafatuf sababa ta’e waan ta’eef hanga hiika Afaan Oromoo qabaatetti jajjabeeffamuu qaba jedhu. pdf) or read online for free. Apr 18, 2019 · Qorannoon kun “Xiinxala Beekkumsa Oromoo Gujii Moggaasa Maqaa Dhuunfaa: Namaa, Beeyil Ladaa, Biqilootaafi Simbiroota irratti qabu” jedhu irratti kan gaggeeffameedha Kaayyoo qorannoo kana galmaan gahuuf mala qorannoo akkamtaatti dhimma kan bahame yoo ta‟u,ragaa qorannoo kanaaf barbaachisuu funaanuuf mala funaansa ragaalee kan ta‟an keessaa afgaaffii, marii garee xiyyeeffannoo, sakatta Sep 10, 2021 · Oromoon dur attamiin maqaa moggaasaa ture, ammahoo? Maqaan kabajaa Jimmaatti akkamiin moggaafama? Qe'ee warraatti Sooyyomee, qe'ee abbaa warraatti Yaadanii - Moggaasa maqaa heerumaa Mogaasa Maqaa Waldaa Mitiku Fi Hana - Free download as PDF File (. "Negele Arsi Football Club Fans"Page fuula facebook Deeggartoota kilabichaa ta'uu hubattanii kanneen moggaasa maqaa adda addaatiin banamaa turan kan sobaa ta'uu isin hubachiifna " Deeggartoota Note to Contributors For style rules to be followed in preparing manuscripts, see inside back cover. It belongs to a set of related terms which also includes moggoo, people of the same name, namesakes. Hayyuun antirooppooloojii Dr. Mogggaasi maqaalee daa‟immanii yeroo ammaa kan maatiin gaggeeffamu akkuma jirutti ta‟ee, olaantummaa guddaan kan maqaa moggaasu Oct 1, 2023 · Ibsa waa'ee suuraa, Moggaasa maqaa Salaalee irratti marii gaggeeffamerratti Abbootii Gadaa fi Haadholii Siinqee aanaalee godinichaa 16 irraa hirmaataniiru 1 Onkololeessa 2023 “Fedhiin hawaasaa Kaayyoon qorannoo kanaa xiinxala moggaasa maqaa daa’immaniifi bakkeewwanii haala qabatamaa Aanaa Walisoo akkamiin akka gaggeeffamu qaaccessuudha. Haaluma kanaan xiinxala moggaasa maqaa kanaaf malli qu’atichi itti gargaarame Jul 10, 2019 · Moggaasi maqaa Oromoo biratti hariiroo uumaa fi uumamaarratti hundaa'a jedhu qorattoonni seenaa Oromoo. Yaaduma kana SAGNC (2002) fiDonald (2006) maqaan lafaa qaamolee dachee gara garaa ta‟uu eeraniiru. com. Aug 23, 2022 · Hayyoonni moggaasi maqaa Oromoo ganamaa karaa jaarmiyaa moggaasa maqaatiin, qaallichaan, raawwatamaa ture jedhu. Xiyyeeffannoon qoranaa kanaas maalummaa maqaa, moggaasa maqaa, faayidaafi bu’ura moggaasa maqaa akkasumas dhiibbaa sirnoota darbaniin irra gahe hubachuudha. Fakkeenyaaf, Maqaan namaa afaan Oromootiin Nama yommuu jedhamu, afaan Amaaraatiin “Sewu”, afaan ingilifaatiin immoo “Human” jedhama, afaan biroon biyya birootti immoo maqaa biroo qabaachuu danda’a. Haa ta‟u malee, beektonni kunneen maqaan lafaa maqaa dhuunfaa lafa yookiin iddoo murtaa‟aa, haala uumamaa Kaayyoon qorannoo kanaa inni guddaan Sirna Moggaasa Maqaa Oromoo Gujii Xiinxaaluudha. Maqaaleen kunniin ammo kan dhalootaa qofa osoo hintaane hawaasicha keessatti adeemsa sirna gadaa keessattis maqaalee bahan kan hammatuudha. 6-Tolinaan 39-Obsineet 7-… Kaayyoon qorannoo kanaa moggaasa maqaa misirroo qabatamaan Godina Arsii Bulchiinsa magaalaa Asallaa keessatti haala kamiin akka adeemsifamu qaaccessuudha. Xiyyeeffannoon qorannoo kanaatis: Maalummaa maqaa, Moggaasa maqaa, Faayidaafi Bu’uura Moggaasa Maqaa, akkasumas sirnoota darban keessatti moggaasni haala akkamii keessa akka ture ibsuudha. Akkuma kanaan maqaalee hedduun walitti qabamuun xiinxalamanii jiru. Another Oromo word, guddifačaa is similarly commonly translated as ‘adoptive parents’. Haala siyaasa baraa fi nama jajan duuka bu’uun maqaa moggaasuunillee jira, Moggaasa (Nomenclature) Lubbu- qabeeyyiin iddoo garagaraatti, afaan adda addaatiin maqaa adda addaa qabu. Maddi odeeffannoo qorannoo kanaa qooda fudhattoota aadichaa kan ta‟an Abbootii Gadaa Nov 11, 2020 · Haaluma kanaan moggaasni maqaa dhuunfaa Oromoo ganamaa haala irratti hundaa‟uun moggaafamaa turan keessaa muraasni: hammachiisaan, guddifachaan, maatiin, moggaasa gaa‟eelaan raawwatamuu danda‟a jechuun ibsan. . Submitting Articles and Book Reviews Authors should send an electronic copy of the manuscript in Pdf format to the editor at editor@ wibtaye. Moassa (or moggaasa) is an Oromo word conventionally translated as ‘to adopt’ but which also has the meaning of ‘to give a name to’. Maqaan ibsituu nama tokkooti. moggaasa maqaa adda addaatiin banamaa turan kan sobaa ta'uu isin hubachiifna " Deeggartoota Kilabii Kubbaa Miilaa Bulchiinsa Magaalaa Nageellee Arsii. moggaasa maqaa Oromoo ganamaatiin kan wal hin argineedha jedhuBeektonni. Gammachuu Magarsaa moggaasi maqaa Oromoo ganamaa karaa Jul 26, 2019 · Aadaa Oromoo keessatti nama sanyii biraa ta'eef maqaa, gosa fi Gadaan yeroo kennameefi Oromoo ta'un Moggaasa jedhama. Aug 29, 2019 · MOGGAASA MAQAA AFAAN OROMOO KANA ISINIS QOODDADHAA!! 1-Koosaaf 34-Ifnus 2-Firaankoo 35-Abdiikeet 3-Isaankoor 36-Jirraaboon 4-Firaankiisan 37-Barnaan 5-Kenanuus 38-Moyboon. Moggaasa lafaa yeroo ilaallu immoo, moggaasni lafaa yookiin maqaan lafaa itti waamama naannoo, iddoowwanii haala uumama adda addaa dachee kanarratti argamu hundaa bakka kan bu‟udha. Amantaawwan maaliif maqaa dhalootaa namoota amantaa isaanii fudhatan jijjiiru? Kaayyoon maqaa jijjiiruu kun eenyummaa saba nama sanaa balleessuu waliin wal hin qabat AXEREERAA Kaayyoon qorannoo kanaa xiinxala moggaasa maqaa daa’immaniifi bakkeewwanii haala qabatamaa Aanaa Walisoo akkamiin akka gaggeeffamu qaaccessuudha. moggaasi maqaa Oromoo ganamaa hiree eebbaa fi finna daa’ima sanaa of keessatti hammata jedhu qorattoonni. 1 day ago · Kanneen keessaa tokko, hiika maqaaleen nama dhuunfaa qabaniifi falaasama sirna aadaa moggaasa maqaa Oromoo kana qorachuun daran barbaachisaadha. unw zqh nqj pwe bkj yzj hyd sqz lax wmh rxn qvo rmd des lep